Gadaa Media Network:-GMN
Broadcast Media Production And Distribution
1640 N Formosa Ave
2 employees
- Employees
- 2
Gadaa Media Network:-GMN Overview
- Headquarters
- 1640 N Formosa Ave
- Industry
- Broadcast Media Production And Distribution
- Employees
- 2
- Founded
- 2019
- NAICS
-
Broadcasting (except Internet)
Keywords
About Gadaa Media Network:-GMN
Gadaa Media Network.GMN! GMN Miidiyaa kabaja fi safuu,aadaa , Duudhaa fi Eenyummaa Oromoo tiksee eguun sagalee Uummata Oromoo ta'uun rakkoofi gochoota Oromoofi Lammilee Oromiyaa irraa ga'u Addunyaatti dhageesissuf kan hundaa'edha Gadaa Media Network GMN kan keenya,kan keessan kan hunda keenyatti Gadaa Media Network uummataa isaa keessa dhalatte Uummataa isaaf hojjeta. Yeroo barbaaddanifi yaaddanitti sagalee keessan ta'uuf kan of qopheesse miidiyaa uummata Oromooti. Kaayyoon Miidiyaa kanaa.. 1.Akkuma maqaa isaa Sirna Gadaa fi seera Oromoo Hayyoota affeeruun baruu fi barsiisuu. 2.Sagantaalee Siyaasa biyya keenyaa fi olloota biyya keenyaa akkasumas Addunyaa kan xiinxalu. 3.Sagantaalee Safuu,aadaa fi duudhaalee Oromoo qorachuun seenaa baruufi barsiisuu. 4.Saba sirna cunqursaa fi gabrummaa keessa jiru akkasumas warra sagalee dhabaniif sagalee ta'uu. 5.Sagantaalee Dhaaboota Siyaasa Oromoo garaagaraa dirree iratti wal mari'atani mijeessuu. 6.Dhaabbilee fi qaamoota siyaasaa biyya Xoopiyaa garagaraa dirree irratti wal morman fi iratti mari'atan fi qophiille adda adda kan qabudha. Gadaa Media Network GMN yeroo dhihootti sagantalee garagaraan isin bohaarsuu fi bashannansiisuuf,barsiisuuf ,Dirree dimookraasii fi walabaa ta'uun isin keessumeessuuf,Seenaa fi Duudhaa Oromoo baruu fi barsiisuuf,.qophii xumure jira. Kanaaf Uummatni Oromoo fi Lammileen Oromiyaa biyyaa keesaa fi alaa jiraattan Media keessan Gadaa Media Networ akka Tumsitan kabajaan isin gaafata.!
Gadaa Media Network:-GMN Contact Details
- People in AeroLeads
- 1
Gadaa Media Network:-GMN Org Chart
Sample employees and titles| Name | Title | Location | Contact |
|---|---|---|---|
| Gadaa Media Network | Social Media Manager at Gadaa Media | Addis Ababa, Ethiopia |
View
|
Compare Similar Companies to Gadaa Media Network:-GMN
Bestbet
Gambling Facilities And Casinos
180 Degrees Consulting KMC
Business Consulting And Services
Telebirr
Financial Services
Centre For Innovation and Social Enterprise, Kirori Mal College
Research
Best Bet
Gambling Facilities And Casinos
Your Best Bet
Business Consulting And Services
IREX Residency And Citizenship Conclave
Real Estate
Oromo Workers Association
Civic And Social Organizations
BestBet24
Gambling Facilities And Casinos
Global Media Network
Musicians