Explore related pages
Related company profiles:
Seensa
Waldaan Hojjettoota Oromoo (WHO) fedhii fi kaka’umsa Hojjettoota Oromoo waajiraalee garaagaraa keessa jiraniin kan hundaa’e Waldaa hawaasaa (Community Based Organization, CBO) ti. Rakkoowwan Hojjettoota Oromoo waajjiraalee kanneen keessatti muudatan ka’umsa godhachuun kan dhaabbate waldaan kun, Keessumattuu rakkoolee:-
Afaan hojii Federaalaa fi bulchiinsa magaalaa lamaanii (Finfinnee fi Dirree Dawaa), akkasumas dhaabbilee misooma garaagaraa waliin wal-qabatee jiru,
Omishtummaan Investimentii naannoo keenya keessa jiru akka guddatu gochuuf, misooma adeemsifamu wal-cinaatti Afaan, aadaa, duudhaa fi seenaan uummata Oromoo waliin dagaagaa fi gabbachaa adeemuu dhabuu,
Rakkoowwan lammiilee keenya hojiif gara biyyoota garaagaraa (biyyoota baha fagoo) deeman daran guddachaa adeemuu,
Waajiraalee jiran keessatti Oromoo aangessuu fi kanneen aangoo qabatanis yommuu ilaallu hojiin akka Oromummaatti hojjechuu qabnu kan wal-hin qabannee fi dhimmi ofitti amanamummaa cimsuu xiyyeeffannoo kan barbaadu ta’uu,
Akkasumas labsii heera hojjetaa fi hawaasummaa kan biyyoolessaa fi kan naannoo Oromiyaa hojiitti jijjiiruuf tumsa taasisuuf ijaaramuun barbaachiseera.
2. Mul’ata
Sagalee Hojjettootaa ta’uun, misoomaa fi guddina waliiniif ni tumsa!
4. Kaayyoo WHO
Itti amanamummaa Bulchiinsa mootummaa Naannoo Oromiyaatiin beekamtii kan argate WHO; kaayyoo armaan gadii fiixaan baasuuf Onnatee ni hojjeta:-
Dandeettii, muuxannoo, beekumsaa fi haala mijataa argame walitti fiduun haala itti misooma Oromiyaatiif oolchuun danda’amu uumuu,
Miseensonni, faayidaa hawaas-dinagdee isaanii haala itti waliin mirkaneeffachuu danda’an uumuu
Hojjetaan lafa jiru kamittuu beekumsaa fi dandeettii ol-aanaadhaan hojii isaa akka ba’atu taasisuu fi hojii ijaarsa dandeettii cimsuu
Afaan, Adaa fi duudhaan Oromoo akka dagaagu gumaacha taasisuu
Hojiilee misooma naannoo fi biyyi qabatee socho’aa jiru irratti hirmaachuu, qooda adda duree ta’e ba’achuu fi kkf dha.
5. Duudhaalee
Ol-aantummaa Heeraa fi Seera kabajuu
Amanamummaa
Nageenyaa fi Misooma
tumsuu
Iftoomina
Beekumsaan hojechuu
6. Qooda Fudhattoota
BMNO
Biiroo Hojjetaa fi Hawaasummaa Naannoo Oromiyaa
Ejensii Misooma Investmentii Oromiyaa
Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Dirree Dawaa akkasumas Naannoo Hararii
Waajiraalee Federaalaa fi k.k.f.
7. Dhaamsa Oromummaa
WHO rakkoolee waliinii keenya kan furannu, gamtaadhaan dhaabbachuun, qabxiilee ijoo rakkoowwan kanaa bu’uurarraa maqsuun ykn adeemsa karaa dheeraa barfata ta’us waliin jalqabuun furmaata ni ta’a jedhee ni amana. Kanaafuu hundumti keessanuu abbummaadhaan; Qabeenya, beekumsa, muuxannoo fi k.k.f qabdaniin nu Cinaa akka dhaabbattan dhaamsa isaa ni dabarsa!!
8. Ulaagaa Miseensummaa
Oromoo ta’ee fedhii isaa iyyataan WHO tiif kan dhiyyeeffatu,
Kaayyoo waldichaatti amanee kan fudhate
Buusii miseensummaa yerootti kafaluu kan danda’u
Beekumsa , muuxannoo fi dandeettii qabuun tajaajiluuf qophii kan ta’e
Teessoon
E.meelii:- oromiyaaworkersa
@gmail.com
Marsariittii/Website: coming soon!
Lak.Bilbil:-+251 (0)9 66 92 58 81,
913340754
Lak.S.P:--------Finfinnee, Itiyoophiyaa
Oromo Workers Association's LinkedIn profile is https://et.linkedin.com/company/oromo-workers-association
Oromo Workers Association has
1 employees.
View email and phone details for 1
employees at Oromo Workers Association.
Oromo Workers Association's industry is
Civic and Social Organizations
Oromo Workers Association's top competitors are
Your Best Bet,
Bestbet24,
Gadaa Media Network:-Gmn,
Telebirr,
Best Buy,
Betpawa,
Bestbet,
Best Bet.
Oromo Workers Association's categories are Civic and Social Organizations
Oromo Workers Association's founding year is 2017
Companies like Oromo Workers Association
Top Oromo Workers Association Employees
Free Chrome Extension
Find emails, phones & company data instantly
Find verified emails from LinkedIn profiles
Get direct phone numbers & mobile contacts
Access company data & employee information
Works directly on LinkedIn - no copy/paste needed
Aero Online
Your AI prospecting assistant
Select data to include:
Total price:
$0.00
0 records × $0.02 per record
How It Works
Get a Free Account
Sign up for a free account. No credit card required. Up to 10 free credits.
Search the #1 Contact Database
Get contact details of over 750M+ profiles across 60M companies – all with industry-leading accuracy. Sales Navigator and Recruiter users, try out our Email Finder Extension.
Use our AI-Powered Email Finder
Find business and personal emails and mobile phone numbers with exclusive coverage across niche job titles, industries, and more for unparalleled targeting. Also available via our Contact Data API.